Oduu biyya keessaa ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise Wabi Fufa Jan 6, 2020 0 Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - ABUT Paartii Badhaadhinaatti akka hinmakamne beeksise Addi Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) walgahii ariifachiisaa guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen…
Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe Wabi Fufa Jan 5, 2020 0 Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) – Balaa konkolaataa Godina Booranaa Aanaa Dirreettii qaqqabeen…
Idil Addunyaa Lammileen Iraan kuma 100 ol ta’an reeffa Qaasim Solemaanii simatan Wabi Fufa Jan 5, 2020 0 Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Lammileen Iraan kuma 100 ol ta'an reeffa Qaasim Solemaanii magaalaa biyyattii Ahvaaz simachuun gadda isaanii ibsataa oolan. Janaraal Qaasim Solemaanii…
Oduu biyya keessaa Barattoota 170 ol irratti tarkaanfiin bulchiinsa fudhatame Wabi Fufa Jan 5, 2020 0 Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) –Barattoota walitti bu’iinsa dhaabbilee barnoota olaanoo keessaatti uumame keessa harka qabu kan jedhaman 450 irratti tarkaanfiin fudhatame. Walitti…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan manneen jireenya 25 jiraattootaf laatan Wabi Fufa Jan 5, 2020 0 Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Injiinar Taakkalaa Uumaa ayyaana Qillee sababeeffachuun jiraattoota 120f kan ijaarame manneen jireenya 25 jiraattootaf laataniiru. Mannen kun kutaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame Wabi Fufa Jan 5, 2020 0 Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame. Ayyanicharratti Ministirri ministira Aadaa fi Turizimii Dooktar Hiruut…
Ispoortii Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame. Tapha…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) -Tajaajilli elektiroonikii fooddaa tokkoo Ityoophiyaa ifoome. Sirna baniinsaa irratti dubbii kan taasiisan Ministirri Galiiwwanii adde Adaanach Abeebee,…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame. Shaampiyoonnicha…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa filannoon bara kana akka gaggeeffamu ejjennoo cimaa qaba jedhame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoon biyyaaleessaa bara 2012 akka gaggeeffamuu qabu ejjennoo cimaa qabaachuu beeksise. Koreen Hojii Raawwachiiftuu…