Waajabila Faanaa Misirrittiin waahillan (miinzolii) 200n heerumte Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Misirrittiin lammii Naayjeeriyaa waahillan (miinzolii) 200n dabaalamtee heerumuun galmee haaraa galmeessiste. Misirrittiin gochaa ishee kanaan galmee…
Teeknooloojii Feesbuukii fi Inistaagiraamiin odeeffannoowwanii fi yaadota Jeneraal Suleemaanii deeggaran fuularraa… Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Feesbuukii fi Inistaagiraamiin odeeffannoowwanii fi yaadoota Ameerikaan ajjeefamuu Jeneraal Suleemaanii deeggeran fuularraa haqaa jiru. Marsariitiiwwan…
Oduu biyya keessaa Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa taasisuufi Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo imala nageenyaa taasisuufi. Marga jiidhaa qabachuun Amajjii 6 kaasee amma Amajjii 14,2012tti imala waliin jireenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti mari’atamaa jira Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Balaa duursanii eeruu fi ittisuurratti waltajjiin taa'amaa jira. Koomiishiniin Bulchiinsa Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaa waltajjicha…
Waajabila Faanaa Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu deeggarsa Minsiteera Innooveeshinii fi Teeknooloojiin naannoo Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneettii…
Balballoommii fi yaada Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise. Dursaan garee kenna…
Ispoortii Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru. Fiigicha…
Oduu biyya keessaa Sabbataattii Kilaashin 52 to’atame Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Magaalaa Sabbataattii konkoolataan Kilaashii 52 fe'ee magaalaa Finfinnee seenuuf ture to'atame. Konkolaatichi Boongaarraa meeshaa waraanichaa fe’ee gara…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaanitti gaggeeffame Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Waltajjiin buna bosonaa Ityoophiyaa ilaalchisuun Jaappaan Imbaasii Ityoophiyaatti gaggeeffame. Waltajjii qophaa’e kanarratti buna bosonaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee mana marichaarraa beekamtii argate Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee jireenya lammiilee geeddaruuf sochii taasisaa jiruuf beekamtii argate. Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI hojii…