Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy daawwannaa Eeritraa xumuran Sifen Megersa Jan 28, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad daawwaannaa Eeritraa xumuraniiru. Daawwaannaa guyyoota sadiif taasisaan keessatti dhimmoota waloo sadee…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera. Koreen kun,…
Oduu biyya keessaa Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu. Ministeroonni Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa boru ni gaggeessa Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa. Manni marichi walga’iisa guyyaa boruun…
Balballoommii fi yaada Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu ni barbaaddi –… Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Raashiyaan waliin hariiroo lameenii cimsuun humna raayyaa ittisaa ammayyeessu akka barabaaddu Raashiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Biiznasii Israa’eelitti waltajjiin buna Ityoophiyaa beeksisuu gaggeeffame Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Israa’eelitti waltajiin buna Ityoophiyaa beeksisuu gaggeeffameera. Israa’eelitti ergama addaafi ambaasaaddarri guutuun FDRI Ambaasaaddar Rattaa Alamuu…
Fayyaa Lammiilee Ityoophiyaa Chaayinaatti argamaniif vaayrasii kooroonan akka hin saaxilamneef hordooffin… Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Lammiilee Ityoophiyaa Chaayinaatti argamaniif vaayrasii kooroonan akka hin saaxilamneef hordooffin taasifamaafi jiraachuu ibsame. Lammiilee Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Duubeen Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta’uun muudaman Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Obbo Duubee Jiloo Komiishinara Itti Aanaa Komiishinii Ispoortii Federaalaa ta'uun muudaman. Obbo Duubee Jiloo waggoota kudhaniif Daayrektara Tekinikaa…
Waajabila Faanaa Mana nyaata gosoota annaanii 207 qopheessuun beekkamtii gonfatee Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Manni nyaata gosoota annaanii 207 qopheessuun maamiltootaa isaaf dhiyyeessuun galmee dinqisiisoo addunyarratti galma’eera. Afrikaa kibbaatti magaalaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan Obse Wakgari Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan. Marichi…