Idil Addunyaa Namoonni Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 ol ta’eera Sifen Megersa Feb 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) – Namoota Vaayrasii Koroonaan qabaman kuma 34 fi 800 keessaa namoonni 803 du’an. Bara Faranjootaa 2003 wareera vaayrasii kanaan namoonni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan eegalame Sifen Megersa Feb 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan Finfinnee galma gamtichaatti eegalame. Yaa’ichi mata duree ‘ walitti bu’iinsaa fi waraana…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilwarq Muummee Ministira Kanaadaa waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummee Ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru. Hariiroo invastimaantii fi daldalaa biyyoota…
Ispoortii Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate. Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Faasil Maqalee 70 Indartaa injifate. Tapha istaadiyoomii…
Idil Addunyaa Humnoonni siyaasaa Sudaan waliigaltee hundeeffama mootumaa ce’umsaa ariitiin gara hojiitti jijjiiru… Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Humnoonni siyaasaa Sudaan waliigaltee hundeeffama mootumaa ce’umsaa ariitiin gara hojiitti jijjiiru akka qaban Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummittii Ministira Noorway Eernaa Soolbarg waliin mari’ataniiru. Maricharratti Ministira Nageenyaa aadde…
Biiznasii Fooramiin bizinasii Ityoo-Kanaadaa gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) - Fooramiin bizinasii Ityoo-Kanaadaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Fooramicharratti abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa 100 fi kan Kanaadaa 20 hirmaachaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan. Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway Eernaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daashin namoota dandeettii hojii uumuu qaban 114 torban tokkoof leenjise eebbisiise Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Baankiin Daashan sagantaa carraa hojii uumuu "Ethiopian Talent Power Series" jedhamuun leenjii leenjitootaa naannoo Oromiyaa Adaamaatti leenjisaa ture 114…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Mana Maree Ministiroota IGAD 70ffaan Finfinneetti gaggeeffame Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ministiroota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) 70ffaan har’a Finfinneetti gaggeeffameera. Manni marichi walga’iisaan adeemsa…