Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Paarkii Tokkummaa daawwatan Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Paarkii Tokkummaa daawwataniiru. Hoggantoonni olaanoo Paartii Badhaadhiinaa guyyoota darbaniif magaalaa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan dayaaspoora hirmaanna nageenya biyyaa eegsisuuf taasisuu cimsee akka itti fufu waamichi… Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Gamtaan dayaaspoora hirmaanna nageenya biyyaa eegsisuuf taasisuu cimsee akka itti fufu Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama akka biyyatti gaggeeffama jiru akka itti fufuuf itti gaafatamumma keenya ni ba’anna… Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) -Jijjiirama akka biyyatti gaggeeffama jiru akka itti fufuuf itti gaafatamumma keenya ni ba’anna jedhan dargaggoonni magaalaa Jimmaa fi naannoshe.…
Oduu biyya keessaa Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf xiyyaaroota hojii keemikaalaan qulqulleessu… Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa vaayrasi koroonaa ittisuuf xiyyaaroota hojii keemikaalaan qulqulleessu hojjechaa jira. Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa…
Idil Addunyaa Sudaan preezdaanti duraanii Omar Al Bashir Mana Murtii Yakkaa Idila Adunyaa (ICC) dabarsitee kennufi Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Sudaan preezdaanti duraanii Omar Al Bashir Mana Murtii Yakkaa Idila Adunyaa (ICC) kan magaalaa Haaguutti dabarsitee kennuuf akka tahe manni maree…
Waajabila Faanaa Moozaanbikitti balaa bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Moozaanbikitti mana Amantaa keessaatti balaa bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbu himameera. Giddugala Moozanbiki bulchiinsa Chiree fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufaariyaat Kamiil Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti barreessituu olaantuu dhimmoota… Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufaariyaat Kamiil Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti barreessituu olaantuu dhimmoota ijaarsa siyaasaa fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Gurraandhala 7, 2012 ni kabajama Sifen Megersa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Gurraandhala 7, 2012 mata duree “birmadummaa biyya keenyaa fi nageenya hawaasa keenyaa murannoon ni eegna” jedhuun…
Waajabila Faanaa Daldalaan lammii Kanaadaa Doolaara Kanaadaa miiliyoona 1 gubuu isaa mana murti beeksise Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Daa’ima haadha manaa isaa duraarraa godhateef guddisa hin kaffalu jechuun Doolaara Kanaadaa miiliyoona 1 gubuu isaa mana murtii kan beeksise daldalaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti oomishni midhaanii kuntaala miliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 82 sassaabame Wabi Fufa Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Oromiyaatti bara oomishaa 2011tti omishaaleen midhaanii akaakuuwwan adda addaa kuntaalli miliyooni dhibbi 1 fi miiliyooni 82 sassaabamuu Biiroon…