Oduu biyya keessaa Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame. Jijjiirramaa fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruudhan hiriirri…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 to’atame Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Gujii Dhihaa aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 ta’atameera. Godinichatti itti gafatamaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad dhalattoota Tigraay miseensa paartii Badhaadhinaa waliin mari’ataniiru Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad jijjiramaan booddee naannoo garagararraa yakkaan shakkamanii kan to’anno seera jala jiran dirree siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Hokkora aanaa Gurra Fardaatti ummameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantoonni hedduun… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaa aanaa Gurra Fardaattii guyyaa kaleessa hokkora umameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantonni hedduun to’atamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraadhala 10, 2012 (FBC) -Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne. Bu’uurumaa kanaan:- Paartii Demokiraasii Ityoophiyaa Gamtoome…
Fayyaa Vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qaamni ilaallatu of eegannoo barbaachisu… Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qamni dhimmi isaa isaan ilaallatuu fi hoggantoonni…
Teeknooloojii Kameeraa nageenyaa hanga fageenya kiilo meetira 5tti suuraa adda baasuu danda’u Finfinneetti… Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Nageenya lammiilee eeguuf kameeraa nageenyaa hanga fageenya kiilo meetira 5tti suuraa adda baasuu danda’u dhaabuuf sochiin eegalame. Ministeerri…
Fayyaa Chaayinaan ergaa weerarrii koroona vaayraasii mul’atee boodaa bu’aa qorannoo ifoomsitee Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Chaayinaan ergaa weerarrii koroona vaayraasii mul’atee boodaa bu’aa qorannoo guddaadha jedhame ifoomsiteerti. Qorinichaan maanguddoonni fi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessituuf…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf waliigalan Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf mala haaraa diriirsuuf waliigalan. Biyyoonni miseensa…