Oduu biyya keessaa Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi’e Obse Wakgari Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi'e. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa…
Idil Addunyaa Haleellaa Jarman keessatti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe Obse Wakgari Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Haleellaa Jarman dhihaa magaalaa Hanaaw keessatti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbuu poolisiin biyyattii beeksiseera. Haleellaa hoteela keessatti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame Obse Wakgari Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 Finfinneetti kabajame. Waggaa 83ffaan guyyaa wareegamtootaa siidaa yaadannoo wareegamtootaa 6 Kiilootti…
Ispoortii Fiigicha mana keessaa idil addunyaatin atleetonni Ityoophiyaa injifatan Wabi Fufa Feb 20, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Waldorgommii fiigicha mana keessaa idil addunyaa Faransaayitti gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa injifannoon xumuraniiru. Waldorgommichaan…
Oduu biyya keessaa Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Hoggansi paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo fi Amaaraa mari'atan. Marichi nageenya lammiilee fi garaagartee muul'atu…
Teeknooloojii Roobootiin ho’a qaamaa adda baasu hojjatame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC)- Qorattoota Chaayinaatin roobootiin ho’ina qaamaa adda baasu hojjetameera. Roobootii haaraan kun bakka namoonni hedduminaan jiranii fi…
Biiznasii Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Walakkaa bara 2012tti Birrii biiliyoonni 39 ol deeggarsaa fi liqaadhan argameera. Ministeerri Galiiwwanii FDRI ibsa har'a laaten akka beeksisetti,…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota godina Silxee waliin mari'atan. Dooktar Abiy bakka buutota ummataa aanaalee…
Oduu biyya keessaa Caffeen muudama addaddaa raggaasisuun yaa’iisaa xumure Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen muudama addaddaa raggaasise. Haaluma kanaan: 1/ Aadde Caaltuu Saanii itti aantuu preezdaantii fi qindeessituu kilaastara…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta'uudhan muudaman Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii…