Naannoo Amaaraatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraa bulchiinsa Awwii aanaa Gwaaguusaa Shigudaaditti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe.
Waajjirri poolisii aanichaa akka…