Oduu biyya keessaa Baahir Daaritti shugguxiin 449 to’atame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti shugguxiin 449 to'atame. Shugguxii seeran alaa kanneenin ala meeshaaleen koontiroobaandiis to'atameera.…
Oduu biyya keessaa Deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasifamu bifa hiikkaa qabuun ta’uu qaba- obbo Dammaqaa Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Hawaasni addunyaa deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasisu diinagdee fi hawaasummaa baqattootaarratti bifa hiikkaa qabuun ta'uutu irra jiraata jedhan itti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraa bulchiinsa Awwii aanaa Gwaaguusaa Shigudaaditti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe. Waajjirri poolisii aanichaa akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jaappaan suphaa daandii Finfinneef waliigaltee mallatteessan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Suphaa daandii Finfinneef kan oolu waliigalteen deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 86 mallatteeffame. Waliigalticha ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa dura taa’aa Ya’aal Suleeytiin Gruup waliin mari’ate Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Jilli Ityoophiyaa fooramii Doohaa 19ffaarratti hirmaate dura taa'aa Ya'aal Suleeytiin Gruup waliin mari'ate. Jilichi dura taa'aa gruuppichaa Sheek…
Oduu biyya keessaa Paartileen naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho’an waltajjii waloof taa’aniiru Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee,Muddee 6, 2012 (FBC) - Paartileen naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho'an waltajjii waloof taa'aniiru. Dhaabbilee barnoota olaanoo naannolee lamaan keessatti argamanitti…
Idil Addunyaa Tuurk loltoota Liibiyaaf deeggarsa taasisuufi Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee,Muddee 6, 2012 (FBC) - Tuurk loltoota Liibiyaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman deeggaruuf tumsa taasisuufi. Ankaaraa fi Triippooliin waliigaltee deeggarsa raayyaa ittisaa ega…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Booranaa bara 2013 hojii ni eegala jedhame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Booranaa bara 2013 hojii ni eegala jedhame. Ijaarsisaa waggaa lamaan dura kan eegalame yuunvarsiitichi, bara dhuftu xumuramuun…
Ispoortii Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru. Dorgommichaan atleetonni Ityoophiyaa 36 hirmaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman. Barruun Foorbis preezdaant Saahilawarq bara Faranjootaa 2019 dubartoota dhiibbaa uuman…