Fayyaa Jimmaatti tajaajilli yaala bilisaa laatame Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitin Jimmaa Staarkeey Hiiriing Faawundeeshin, Proojaktii Kaataraaktii fi Tajaajila Viizhin Keer Ityoophiyaa waliin tajaajila yaala bilisaa…
Teeknooloojii Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka… Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 FBC)- Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka hojjetaniif gaafate. Obbolaa dhaabbata Googl kan ta’e…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa yaa’ii idileesaa gaggeessen murteewwan adda addaa dabarse Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Saboota, Sablammoota, Ummattoota Kibbaa walga’ii idileesaa gaggeessen murteewwan dabarseera. Manni maree bulchiinsa…
Idil Addunyaa Chaayinaan vaayrasii koroonaa to’achuu yeroo ifoomsiteetti Ministirri Ministeera Fayyaa Ingiliiz… Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Chaayinaan vaayrasii koroonaa to’achuu yeroo ifoomsiteetti Ministirri Ministeera Fayyaa Ingiliiz vaayrasichaan qabamuu ibsame. Ministirri Eegumsa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC)- Yaa'iin "tokkummaa waaraa fi milkii hundagaleessaa" naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa jira. Yaa'icharratti hoggansi…
Ispoortii Tootanhaam shaampiyoons liigii Awrooppaa ala ta’e Sifen Megersa Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Tapha mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaa eda galgala gaggeeffameen Tootanhaam mo’atame. Eda galgala sa’aatii 5:00 eegalee…
Waajabila Faanaa Lammiileen Yuugaandaa talaallii sobaa vaayrasii koroonaa namootaf laatan to’annoo jala oolan Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC)- Lammiileen Yuugaandaa talaallii sobaa vaayrasii koroonaa namootaf laatan to’annoo jala ooluu poolisiin biyyatti beeksiseera. Yuugaandaatti hanga…
Oduu biyya keessaa Meeshaan waraanaa daddabarsitootan gara Ityoophiyaa gale to’atameera Obse Wakgari Mar 11, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) - Meeshaan waraanaa garee daddabarsitoota idil addunyaatin gara Ityoophiyaa gale to'atameera. Meeshaan waraanichaa garee daddabarsitoota…
Oduu biyya keessaa Qaamolee haasaa jibbiinsa tamsaasanirratti tarkaanfiin fudhatamuu qaba- paartilee siyaasaa Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Qaamoolee haasaa jibbiinsa tokkumaa lammiilee Ityoophiyaa laaffisan tamsaasanirratti mootummaa tarkaanfii fudhachuu qaba jedhan hoggantoonni paartilee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii kaffaltoota gibiraa damee oomishaa fi ijaarsarratti bobba’an waliin mari’ate. Abbootiin qabeenyaa damee oomishaa fi…