Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa yeroo jalqabaatif Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise.
Baankichi bu'aan taaksiin dura argate kan bara…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessatiin namoota 579 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasichaan qorannaan…
Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Obbo Baqqalaa Garbaarratti guyyaan qorannaa dabalataa 8 eeyyamame.
Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa kaleessa dhimma obbo Baqqalaa…
Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miil.34 baasu buqqaatootaf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa meeshaalee Birrii miiliyoona 34 baasu buqqaatootaf deeggarsa taasise.
Deeggarsichi rakkoo…
USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) – USAID meeshaalee gatii Birrii miiliyoonaa 2 ol qaban Boordii Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaaf arjoome.
Eejansii Misooma Idil Addunyaa…
Dhibee COVID-19 irratti qooda fudhattoota waliin Magaala Adaamatti Marii taasifame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Biiroon Eeggumsa Fayyaa Naannoo Oromiyaa waliin qindaa'uun ittisa dhibee COVID-19…
MM Dr.Abiy Ahimad Koree Invatimantii fi Carraa Hojii Uumuu Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Koree Invatimantii fi Carraa Hojii Uumuu Biyyaalessaa waliin mari’atan.
Kaayyoon marichaa…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bu’aa birrii biiliyoona 1.9 argachu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bu'aa birrii biiliyoona 1.9 argachu beeksise.
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara 2012tti bu'aa birrii…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) bara kan sababa weerara vaayraasii koroonaattin du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe…