Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Sabbataatti manneen daldalaa 14 fi qorichootaa 36 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti koreen tasgabbii gabaa sakattoo…
Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Kibba Walloo aanaa Ambaassalitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe.
Konkolaataan geejiba ummataa magaalaa…
Guyyootii 15f sirreeffamaa gaafachuun hin danda’amu
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Bulchiinsi Manneen Amala Sirrreessaa Federaalaa maatiin sirreeffamtootaa guyyootii 15f sirreeffamtoota akka hin gaafanne ittisuu beeksise.
Murtichi…
Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Xaaliyaanitti guyyaa tokko keessatti namoonni 475 vaayrasii koroonaan du’an.
Biyyichatti namoonni hanga ammaatti vaayrasichaan lubbuu isaanii darbe…
Feesbuukiin koroonaa ittisuuf hojjettoonni manaa akka hojjetan eeyyame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Feesbuukiin tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjettoonni isaa koontiraataa mana ta’aani akka hojjetan eeyyame.
Murtichi qabiyyee…
Chaayinaatti kaleessaa fi har’a namni vaayrasii koroonaan qabame hin jiru
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Chaayinaatti kaleessaa kaasee amma har’aatti namni vaayrasiin koroonaa irratti argame hin jiru.
Chaayinaatti baatii Faranjootaa Muddee darbe erga…
Dooktar Kaatriin Haamliin boqatan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Dooktar Kaatriin Haamliin boqatan.
Ityoophiyaatti hundeessituun Hoospitaala Feestuullaa Dooktar Kaatriin Haamliin umrii isaanii waggaa 96ffaatti…
MM Dr Abiy boqachuu Dr Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Dooktar Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga'ame ibsan.
Dubartoonni Ityoophiyaa kabajaa isaanii…
Vaayrasii koroonaan namoonni kumni 8 ol du’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Sadarkaa addunyaatti namoonni kumni 8 ol vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsame.
Erga vaayrasiin koroonaa muul’ate addunyaarratti…