Ispoortii Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira. Sodaa weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbichi Jaappaanii fi Koree Olompiika…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Dr Kaatriin Haamliin raawwatame Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) - Sirni awwaalchaa hundeessituu Hoospitaala Feestuullaa Ityoophiyaa Dooktar Kaatriin Haamliin raawwatame. Sirni gaggeessaa reeffa isaanii mana…
Idil Addunyaa Chaansilarri Jarman Angeelaa Meerkil tursa addaa galan Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Chaansilarri Jarman Angeelaa Meerkil tursa addaa galan. Chaansilarittiin vaayrasii koroonaatin qabamuu isaanitiini tursa adda ba'umsaa kan galfaman.…
Idil Addunyaa Kirooshiyaa magaalaa Zaagreebitti balaa kirkira lafaa mudateen gamoowwan hedduurra miidhaan qaqqabe Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Kirooshiyaa magaalaa Zaagreebitti balaa kirkira lafaa mudateen gamoowwan hedduurra miidhaan qaqqabeera. Wayita vaayrasiin koroonaa fayyaa addunyaa…
Oduu biyya keessaa Baaburri Salphaa Finfinnee lakkoofsa imaltootasaa %50 hir’isuun tajaajila laachaa jira Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Baaburri Salphaa Finfinnee lakkoofsa imaltootasaa %50n hir'isuun tajajaila laachaa jira. Murtichi hojiirra ooluu kan jalqabe har'a…
Oduu biyya keessaa Imaltoonni gara Ityoophiyaa dhufan marti tursa addaa galuu eegalan Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Har'aa kaasee imaltoonni gara Ityoophiyaa dhufan marti guyyoota 14f tursa addaa galuu eegalaniiru. Hojiin kunis har'a Wiixata Bitootessa 14,2012…
Oduu biyya keessaa Lammiilee ala turanii dhufanii fi tursa addaatif baasii ofii hin dandeenyef bulchiinsi magaalichaa… Obse Wakgari Mar 23, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Lammiileen dhimmoota addaddaaf ala turanii gara biyyaa deebi'an hawaasatti makamuu isaanitiin dura torbee lamaaf adda ba'anii iddoon itti dabarsan…
Oduu biyya keessaa Ummanni gochoota Vayrasii Koroonaaf nama saaxilanirraa of akka qusatan waamicha dhiyeessan Wabi Fufa Mar 22, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) –Ummanni naannoo Tigiraay gochoota Vayrasii Koroonaaf nama saaxilanirraa of qusachuun weeraricha akka ittisan Hoogganaan Wajjira Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa’ina vaayrasii koroonaa hundaa’e Wabi Fufa Mar 22, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii ittisa tatamsa'ina vaayrasii koroonaa hundaa’e. Koreen tajaajila lamummaa fi mobalaayizeeshinii…
Oduu biyya keessaa Koreen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Vaayrasii koroonaa to’achuu fi ittisuuf hundaa’e… Wabi Fufa Mar 22, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Koreen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Vaayrasii koroonaa to’achuu fi ittisuuf hundaa’e gabaasa isaa dhiyeesse. Koreen Bulchiinsa Mootummaa…