Oduu biyya keessaa Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwii hojiitif har’a Finfinnee galaniiru. Preezdaantichi turtii isaaniin Muummee Ministiraa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 1 fi 560 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun Ministeerri Fayyaa FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’atame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa waliigalaa FDRI fi Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’ataniiru. …
Idil Addunyaa Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Biyyoota ollaa Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa hammaachaa dhufuu himame. Keeniyaatti guyyaa har’aa qorannaa laaboraatoorii sa’aa…
Oduu biyya keessaa Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera. Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina bara darbeerraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu… Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Milkaa'ina bara darbee irraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. …
Oduu biyya keessaa Albeemiin galiin isaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu eebbifame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Albeemiin Muuziqaa 'Nigaat' jedhamu deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qophaa'e eebbifame. Albeemiin kun Waldaalee damee…
Idil Addunyaa Ameerikaatti qorichi Iiboolaa, yaala koroonaaf akka oolu eeyyamame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ameerikaatti Abbaan Taayitaa to’annoo Nyaataa fi Qorichaa ‘Ramdasiiviir’ jedhamu qorichi vaayrasii Iiboolaa yaala COVID –19f akka ooluu eeyyamuu isaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’anirratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’an kuma 1 fi 351 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Koomishiniin Poolisii magaalichaa…
Idil Addunyaa Weerarri COVID -19 Raashiyaatti cimaa dhufuu himame Sifen Megersa May 2, 2020 0 Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Yeroo biyyoonni addunyaa hedduun Weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachaa dhufanitti Raashiyaatti ammoo hammaataa jiraachuu himame. …