Biiznasii Baankichi Eebila 1-2, 2012 tajaajila hin laatu Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa Eebila 1-2, 2012 dameewwan isaa hundatti tajaajila kan hin laanne ta’uu beeksise. Baankichi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabaman Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Shaashamannee dhaabbilee qajeelfama vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’e darban adabuu beeksise. Dhaabbilee qajeelfama…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa dhimmoota lamarratti murtee dabarse Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Bitootessa 26, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministirootaa yaa’ii idilee 81ffaa har’a viidiyoo konfaransiin gaggeesseen dhimmoota lamarratti murtee dabarse. Manni marichaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanqinni dhiyeessii oomishaa akka hin mudanneef hojjetamaa jira – Injiinar… Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sababa weerara vaayrasii koroonaan hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu itti aanaan Kaantibaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaan qabaman 38 ga’an Sifen Megersa Apr 4, 2020 0 Bitootessa 26, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbanitti namoota qorannoon laaboraatoorii taasifameef 89 keessaa namoonni 3 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii ibsame.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sochiin idilee hin dhaabbatu jedhame. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan tamsa'ina vaayrasii…
Idil Addunyaa Tuurk weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggootarra daangaa saa’aatii keesse Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC)- Tuurk weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dargaggootarra daangaa saa’aatii keessetti. Tarkaanfiin fudhatame kun biyyattiitti weerara…
Oduu biyya keessaa Abbaan taayitichaa dibatoota qulqullinaa mirkanaa fi eeyyama hin qabne ittise Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa To'annoo Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa dibatoota qulqullinaa (Hand sanitizers) mirkana ga'umsaa fi eeyyama oomishaatin ala gabaadhaf…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan Obse Wakgari Apr 4, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dabalatee, hoggantoonni biyyoota Afrikaa marii bilbilaa taasisan. Walitti qabdummaa preezdaantii Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii… Obse Wakgari Apr 3, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa kadhataa fi soomanaan uumaa araarfachuu fi dhibee vaayrasii koroonaa dandamachuuf ummataaf waamicha dabarsan.…