Idil Addunyaa Booriis Joonsan Hospitaala galan Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012(FBC) - Muummeen Ministiraa Ingiliiz Booriis Joonsan erga vaayrasii koroonaan qabamanii guyyoota 10 booda Hospitaala galan. Dubbii himaan isaanii akka…
Oduu biyya keessaa Ibsa Gaddaa Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC)-Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan lammiilee Itoophiyaa dhibee koroonaan lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhaga’ame…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) - Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman. Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan…
Oduu biyya keessaa Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi… Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi sakatta’insa tasaa taasisan. Hooggantoonni…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun korma gurraacha qaluun waaqa kadhatan Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun; vaayrasiin koroonaa Adduunyaa irraa akka baduuf Sirna Gondooroon korma gurraacha qaluun…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy maatii fi firootaan maanguddoo dhibee vaayrasii koroonaan lubbuun darbaniif jajjabina… Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad maatii fi firootaan maanguddoo dhibee vaayrasii koroonaan lubbuun darbaniif jajjabina hawwan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namni jalqabaa vaayrasii koroonaa lubbuun darbe Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namni jalqabaa vaayrasii koroonaa lubbuun darbuu himame. Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa vaayrasiin koroonaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Amantaa guyyoota 30f kan turu sooma labsan. Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa fuula Feesbuukiin…
Idil Addunyaa Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste. Dubartiin umurii 29 biyyatti keessatti yeroo duraaf vaayrasichaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin mari’achaa jiru Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota paartilee morkattootaa waliin dhimma vaayrasi koroonaa (COVID-19) irratti maria’chaa jiru.…