Biiznasii Baankiin Kuush gurgurtaa Sheerii eegale Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Baankiin Kuush sheerii biyya keessaa eegaluu isaa ibsame. Koreen Baankichaa haala waliigala ilaalchisuun har’a ibsa laatera. Baankicha…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoota magaalichaaf Paampiwwan Bishaanii fi Tirakteroonni kenname Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota magaalicha keessatti argamaniif Paampiwwan bishaanii 200 fi Tiraakteroota 5 gumaachera. Itti…
Waajabila Faanaa Aadaa fi duudhaa saba Oromoo guddisuuf artistoonni fi weelliftoonni Oromoo gumaacha olaanaa qabu… Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Aadaa fi duudhaa saba Oromoo guddisuuf artistoonni fi weelliftoonni Oromoo gumaacha olaanaa qabaachuu itti gaafatamaan Paartii Badhaadhiinaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 15 irratti Argame Sifen Megersa May 15, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 15 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe…
Oduu biyya keessaa Labsiin yeroo ariifachiisaa dhala namaa lubbuun ceesisuuf ergama ijoo kan qabuudha –I/A/MM FDRI… Sifen Megersa May 15, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa dhala namaa lubbuun ceesisuuf ergama ijoo kan qabuudha jedhan Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu qabu – MM FDRI… Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahiman yaadachiisan.…
Oduu biyya keessaa Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa ta’uun muudaman Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa waggoota sadan dhufanii ta’uun muudamuu isaanii ibsame. …
Idil Addunyaa Kuwaataar lammiileen haguugguu fuulaa hin fayyadamne Doolaara kuma 50 akka adabaman murteessite Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Kuwaataar lammiileen iddoo kamittuu haguuggii fuulaa malee yeroo sosocho’an argaman Doolaara kuma 50 akka adabaman murtee dabarsite. …
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 3 caale Sifen Megersa May 15, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 3 caaluu himame. Akka ragaan maappii addunyaa fi ‘Worldometer’…
Fayyaa Naannoolee biyyattif ambulaansonni 850 raabsaman Obse Wakgari May 14, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Naannoolee biyyattif ambulaansonni 850 raabsamu Ministeerrii Fayyaa beeksise. Daayreektarri bulchiinsa qabeenyaa fi tajaajila waliigalaa ministeerichaa…