Ogeeyyii warshaa daabboo shaggariif leenjiin ‘online’ kenname bu’aa qabeessa ture jedhame
Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Yeroo dhiyootti hojii kan eegalu ogeeyyii warshaa daabboo Shaggariif leenjiin ‘online’ kennamaa ture bu’aa qabeessa ta’uu Injiinar Taakkalaan ibsaniiru.…