Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee murtee dabarse Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idileessa gaggeesseen dhimmoota garagaraatti murtee dabarseera. Kaabineen Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun guyyaa har’aa biqiltuu dhaaban Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun guyyaa har’aa biqiltuu dhaaban. Misoomni magariisaa bara 2012 guyyaa…
Oduu biyya keessaa Wiirtuuleen alergii jimaa qonnaan bultootaan durfaman sadii ijaaramuufi jedhame Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Wiirtuuleen alergii jimaa qonnaan bultootaan durfaman sadii ijaaramuufi jedhame. Qonnaan bulaan jimaa oomishasaa kallattiin gabaa giddugaleessaa biyya…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse. Dhaabbatichi akka jedheetti, maaskii kaawwachuun akka…
Oduu biyya keessaa Mariin hidha haaromsaa Ityoophiyaa fi itti fayyadama lageen idil addunyaarratti xiyyeeffate… Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) –Mariin hidha haaromsaa Ityoophiyaa fi itti fayyadama lageen idil addunyaarratti xiyyeeffate gaggeeffama jira. Seenaa laga Abbayyaa fi hidha…
Oduu biyya keessaa Manneen murtii federaalaa guyyoota dabalataaf gariin cufaa ta’anii turu Wabi Fufa Jun 6, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) –Manneen murtii federaalaa guyyoota hojii 30f gariin cufaa ta’anii akka turan Manni Murtii Waliigalaa Federaala beeksise. Tattamsa’ina…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqi yaa’ii talaallii idila addunyaarratti hirmaatan Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Preezdaant Saahilawarqi Zawdeen yaa’ii talaallii Muummeen Ministiraa Ingiliiz Booriis Joonsan waamanirratti hirmaataniiru. Yaa’ii kanarratti…
Idil Addunyaa Riippabliika Demookraatawaa Koongootti namoonni naga’aa kumni 1 fi 300 ajjeeffaman Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Riippabliika Demookraatawaa Koongootti namoonni naga’aa kumni 1 fi 300 ajjeeffamu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Walitti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Amaaraa fi Beeniishanguul Guumz magaalaa Bahaar Daaritti… Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Hoggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Amaaraa fi Beeniishanguul Guumz magaalaa Bahaar Daaritti mari’achaa jiru. Hoggantoonn kunneen haala…
Oduu biyya keessaa Trast Fandiin Ityoo[phiyaa meeshaalee birrii miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Trast Fandiin Ityoophiyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf kan oolu meeshaalee Birrii Miiliyoona 40tti tilmaamamu deeggarsa taasise. …