Ispoortii Kilabni Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’e Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera. Tapha Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 23ffaan magaalaan Aarbaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sabaabeeffachuun lammiilee kuma 300 oliif deeggarsi ni taasifama Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 300 oliif deeggarsa taasiisuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa Tiraafikaa mudateen miseensota maatii tokkoo namoota sadi dabalatee…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'Daanndii…
Fayyaa Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argatan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Sagantaan cufiinsa Duula hojii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ayyaanaa Sooma hiika sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aradaa Aanaa 8tti lammiilee harka…
Oduu biyya keessaa Mana Amantichaatti sagantaan Kadhannaa Kamisaafi Miila dhiquu gaggeefame Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaatti sagantaan Kadhaannaa Kamisaa fi Miila dhiquu gaggeefameera. Phaaphasiin Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galeera. Jilichi waayita Magaalaa Bahiirdar ga’u…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen lammiilee kuma 255 oliif Maaddii qoodan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiika Sababeeffachuun lammiilee galii gadi aanaa qaban kuma 255 oliif Maaddii qoodaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif… Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif lafa invastimnati…