Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii ariitiin dabalaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 17 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa beeksise.…