Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota IGAD har’a eegalama Tsehay Guluma May 7, 2024 0 Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota miseensa Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa har’a eegalama. Ministiroonni biyyoota kanneen…
Oduu biyya keessaa Finfinnee mallattoo Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf hojjechuu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa May 7, 2024 0 Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Yaadannoo Injifannoo Adwaatti argamuun qaamolee Misooma Koriidarii hojjetaa jiran jajjabeessaniiru.…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin shaakalli mala meeshaa waraanaa Niwukleerii akka taasiifamu ajaja dabarsan Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin shaakalli mala meeshaa waraanaa Niwukleerii akka taasiifamu Waraana biyyattiif ajaja dabarsuu ibsame. Kana…
Ispoortii Juulan Loopiteegeey leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigalan Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Lammiin Ispeen Juulan Loopiteegeey xumura bara dorgommii kanaa eegalee leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigaluu ibsameera. Weest Haam taphoota 9 yeroo darbe…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 228 caaluu ibsame Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Keeniyaatti Rooba cimaa roobaa jiru hordofee balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 228 caaluu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksise. Torbee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waggoottaan shanan itti aanan biyyoota addunyaa guddina diinagdee saffisaa galmeessuu… Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan bara Faranjootaa 2024 – 2029tti biyyoota addunyaa guddina diinagdee saffisaa galmeessuu danda’an keessa tokko ta’uu Dhaabbanni Fandii Maallaqa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf hidhawwan hojjetaman misooma jallisiif oolaa… Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Hidhawwan Balaa Lolaa mudachuu malu ittisuuf hojjetaman misooma jallisiif oolaa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan. Hojii Misooma…
Idil Addunyaa Chaad fonqolcha mootummaa erga gaggeessitee waggoo 3 booda filannoo gaggeessaa jirti Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Chaad fonqolcha mootummaa erga gaggeessitee waggoo 3 booda filannoo Pireezidaantummaa gaggeessaa jiraachuu ibsame. Chaad naanniwachatti biyyoota fonqolchi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan miseensa BRICS akka taatu deeggarsi Chaayinaan taasiifte hariiroon biyyoota lamaanii… Sifen Megersa May 6, 2024 0 Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa kan turan Zhaa’oo Zhiiyuu’aan yeroo hojii isaanii xumuruun gara biyya isaanii deebi’aniiru. Pireezidaantiin…
Ispoortii Tootenhaam guyyoota 7 keessatti yeroo 3ffaaf injifatame Sifen Megersa May 5, 2024 0 Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a waaree boodaa eegalee taphatameen Liivarpuulii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifataniiru.…