Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaa kaleessas itti fufee oolera Obse Wakgari Jun 18, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Mariin Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gaggeessan kaleessas itti fufee oolera. Ministeerri Bishaan, Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Koreen Taaski Foorsii tajaajila lammummaa Oromiyaa qabeenya Biiliyoona 1.2 walitti qabuun… Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaa ittisa COVID-19 irratti hojjetameen deeggersi qarshii fi meeshaa Birrii biiliiyoona 1.2 taasifamuu…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy yaa’ii Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaatan Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii Chaayinaa -Afrikaa interneertiin gaggeeffamerratti hirmaataniiru. Yaa’ichi weerara…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoosi namoota vaayraasii koroonaan qabamanii 2743 ga’e Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 85 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Hanga ammaatti magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 211ga’e Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 129 vaayrasii koroonaatin qabaman Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 129 vaayrasii koroonaatin qabaman. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Ispoortii Priimiyar Liigiin Ingilaand guyyoota 100 bood har’a ni eegala Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimiyar Liigii Ingilaand guyyoota 100n booda galgala har’aa ni eegalamu. Priimiyar liigichi galgala har’aa sa’atti 2:00 irraa…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Hamdaan Finfinnee galan Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan dhimmota waktaawaarratti mari’achuuf Finfinnee galan. Leetanaal…
Biiznasii Safariikoomii fi Heeliiwoos Taawors Ityoophiyaatti damee misooma Teeleekoomirratti hojjechuuf fedhii… Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Safariikoomii fi Heeliiwoos Taawors Ityoophiyaatti damee misooma Teeleekoomirratti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan. Heeliiwoos dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaan hawaasa Ispoortii waliin biqiltuu dhaabaan Sifen Megersa Jun 17, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taaakkalaa Uumaan hawaasa Ispoortii waliin biqiltuu dhaaban. Injiinar Taakkalaan kutaa…