Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannonni 165 Libaanoosi deebi’aan Obse Wakgari Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – lammiileen Ityoophiyaa 165 Libaanoositti rakkoo adda addaa keessa turan gara biyyaa deebi’aniiru. Waajjira Qonsoolaa waliigala Libaanoositti argamu…
Oduu biyya keessaa Sirna barnootaa haraan barattoonni kutaa 12ffaa si’a xumuran abbaa oogummaa ta’u – Ministeera… Wabi Fufa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) - Sirna barnootaa haraan barattoonni kutaa 12ffaa si’a xumuran abbaa oogummaa akka ta’an Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Ministeera Barnootaa…
Idil Addunyaa Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni 78 ol COVID-19 qabaman Obse Wakgari Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) - Hinditti guyya kaleessa qofatti namoonni kumni 78 fi 761 vaayrasii koraanaatin qabamaniiru. Kunis Ameerikaatti baatii Adooleessaa guyyaa tokkotti…
Idil Addunyaa Biyyoota 10 Covid-19 akka biyya isaanii hin seenne dhorkuu danda’an Wabi Fufa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Biyyoota 10 Covid-19 akka biyya isaanii hin seenne dhorkuu danda'an. Vaayrasiin koroonaa addunyaa hunda jechuun hanga danda’amutti biyyoota…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caale Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) –Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan lubbuu dhabanii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caaluu himame. Akka ragaan ‘Woorlidoomeetirs’…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala… Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Gullalleetti namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 51 caale Sifen Megersa Aug 31, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,468 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa… Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, FBC (2012)-Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa hojii uumuu,liqii kennuu fi liqii kenname deebisiisuu…
Oduu biyya keessaa Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)-Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaaneech Abeebee mudaama adda addaa laatan. 1, obbo Mallasaa Alamuu - Sadarkaa kantiibaa itti aanaatti…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin… Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa…