Oduu biyya keessaa Komishinichi Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhate Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhateera. Waltajjiin marii ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaa Mudde 7,2017 irra…
Idil Addunyaa Biyyoonni 9 miseensa haaraa BRICS ta’uufi jedhame Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Amajjii 1 eegalee biyyoonni 9 miseensa haaraa garee Diinagdee BRICS ta’uuf waliigaluu ibsame. Beelaaruus, Vooliiviyaa, Indooneezyiyaa, Kaazaakistaan,…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti teeknooloojii barnootaa babal’isuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa keessatti bu’uuralee misooma teeknooloojii babal’isuun dhaloota dorgomaa fi ga’umsa qabu horachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun… Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 fi Kumni 62 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Kirkirri Lafaa naannawaa Matahaaraatti mudate Finfinneetti hollannaan isaa dhaga’amuu ibsame Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Kirkirri Lafaa Fantaallee naannawaa Matahaaraatti mudate hollannaan isaa Finfinneetti dhaga’amuu Yuunivarsiitiin Finfinnee beeksiise. Aanaa Fantaallee fi…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC)–Koreen Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegaleera. Korichi dhimmoota biyyaalessaa fi ajandaalee addaa addaa Paarticharratti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Daandiin kiloomeetirri kuma 1 fi 600 ol suphame Tsehay Guluma Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC)–Naannoo Oromiyaatti baatiwwan Sadan darbanitti Daandiiwwan Cirrachaa kiloo meetirri Kuma 1 fi 680 ol suphamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Naannichaa…
Ispoortii Isteediyemii Maanchister Yuunaayitid hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame Debela Tadesse Dec 23, 2024 0 Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Isteediyemii Kilaba Maanchister Yuunaatid Oltiraafoodii hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame. To’attoonni qulqullinaa daawwannaa dhiyeenyaatti…
Oduu biyya keessaa Seeronni ba’an fayyadamummaa ummataa akka mirkaneessan eeggannoon taasifamuu qaba-Obbo Taaggasaa… Debela Tadesse Dec 23, 2024 0 Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Seeronni ba’an fayyadamummaa ummataa akka mirkaneessan eeggannoon taasifamuu qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon.…
Oduu biyya keessaa Gaara Fantaalleetti kirkirri lafaa dhohiinsaa fi aara qabu mudate Debela Tadesse Dec 23, 2024 0 Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Kirkirri lafaa Reektar Iskeelii 4.6 galmeesse Gaara Fantaalleetti mudachuun eerame. Yuunivarsiitii Finfinnetti Inistiitiyuutii Ji’oo Fiiziksii, Saayinsii…