Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Preezdaantii Faransaay waliin mar’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Faransaay Imaanuu’eel Maakroon waliin mara’atan. Dooktar Abiy fi Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen ijaarsa proojaktii misooma jalliisii Birrii biiliyoona 1.5 Mallattaa’e Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaatti proojaktiin misooma jallisii Birrii biiliyoona1.5 ijaarramuuf waliigalteen mallattaa’e. Ijaarsi…
Idil Addunyaa Ameerikaan aanga’oota Chaayinaa Viizaa dhorkite Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Ameerikaan dhimma Hoong Koong waliin walqabsiise aanga’oota Chaayinaa Viizaa dhorkuu ishee beeksifte. Dhorki Viizicha aanga’oota…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti proojaktoonni misoomaa 62 eebbifaman Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti proojeektonni misoomaa 62, Birrii miiliyoona dhibba 8 olin hojjetaman xumuramuun eebbifaman. Jilli…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii saffisaa Awutoobisii Jamoo 2 – Jeneraal Wiingeet eegalame Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Ijaarsa daandii saffisaa…
Oduu biyya keessaa Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan… Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan eegaltu ta’uu fi biyyoonni sadeen waliigalteerra…
Idil Addunyaa Hindi, Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Hindi, Ameerikaa Kaabaa fi Kibbaatti weerarri vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jiraachuu ibsame. Ameerikaatti (US) gabaasa qorannoo…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa, akkasumas Gibtsii fi Sudaan waliin mari’achuu ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Aljeeriyaa fi Siwiizarlaand waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Aljeeriyaa Abdalmajiid Teebuun waliin mari’ataniiru. Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi…
Vaayrasiikoroonaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3545 ga’e Sifen Megersa Jun 27, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 177 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise. Namoonni 111…