Idil Addunyaa Lammiileen Beeruut mootummaa mormuuf daandiitti ba’an Sifen Megersa Aug 7, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Lammiileen Beeruut mootummaa mormuuf daandiitti ba’an. Guyyaa kaleessaa lammiilee mootummaa mormuuF daandiitti ba’anii fi qaamolee nageenyaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 1 caale Sifen Megersa Aug 7, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 1 caaluu ibsame. Ardichaatti namoota miiliyoona 1 fi kuma 11 fi 872…
Oduu biyya keessaa Balaa lolaa tasa uummamuu danda’uuf hawaasni of eeggannoo taasisuu akka qabu ibsame Sifen Megersa Aug 7, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Wayita gannaa kana laga guutuu fi balaa lolaa tasa uummamuu danda’uuf hawaasni of eeggannoo cimaa taasisuu akka qabu Koomishniin Hoggansa Soda Balaa fi…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 564 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 9 ammoo lubbuun… Sifen Megersa Aug 7, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetin namoonni dabalataa 564 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa obbo Jawaar fi Baqqalaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman… Sifen Megersa Aug 7, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Manni Murtii Fedeeraala sadarkaa jalqabaa obbo Jawaar Mahaammadi fi Baqqalaa Garbaa dabalatee shakkamtoota galmee isaanii jalatti tarreeffaman 14 irratti…
Oduu biyya keessaa Ganna kana dareewwan barnootaa dabalataa 30,000 ijaarramaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa… Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Ganna kana dareewwan barnootaa dabalataa 30,000 ijaarramaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biiroo Barnootaa…
Fayyaa Wiirtuun Barnootaa fi Odeeffannoo Kalaqa Fayyaa Diijjiitaalaa ebbifame Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Wiirtuun Barnootaa fi Odeeffannoo Kalaqa Fayyaa Diijjiitaalaa Hoospitaala Speeshaalaayizdii Q/Pheexroositti hojjetame ebbifame. Sirna…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 101 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Oromiyaatti namoonni dabalataa 101 vaayrasii koroonaatin qabaman. Gabaasa sa'aa 24 naannoo Oromiyaatin qorannaa laabraatoorii 1756…
Idil Addunyaa Addunyaarratti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 19 ol ta’aniiru Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman miiliyoona 19 darbe. Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi. Galmee fi oodiitichis weerara lafa seeran alaa to'achuuf kan gargaarudha jedhameera.…