Balballoommii fi yaada Ibsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obse Wakgari Aug 21, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaan baase ilaalchisuun deebii laatera. Ibsii fi deebii guutuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii lubbuu isaanii dhaban 620 qaqqabe Obse Wakgari Aug 21, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii lubbuu isaanii dhaban 620 qaqqabe. Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa irratti ragaalee qorannaan duraa dhaggeeffateera Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Mana Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa…
Biiznasii Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif boondii Birrii miiliyoona 25 bite Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif Birrii miiliyoona 25 boondii bite. Bittaan boondichaa hidhichi ijaarramee xumuramuun ummanni elektiriika…
Oduu biyya keessaa Dhimmoonni jajjaboo shan kallattii xiyyeeffannaa hojii isaanii ta’uu aadde Adaanach himan Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Dhimmoonni jajjaboo shan kallattii xiyyeeffannaa hojii isaanii ta'uu itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee himan.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dabalataan namoonni 395 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 395 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oduu biyya keessaa Karoora waggaa 10 qabame milkeessuuf waldaaleen siiviikii ga’eesaanii ba’achuu qabu… Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Karoora waggaa 10 qabame milkeessuuf waldaaleen siiviikii ga'eesaanii akka ba'atan Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa gaafate. …
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq xalayaa muudama ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhan Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti kan muudaman xalayaa muudama amsaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhaniiru. Xalayaan…
Oduu biyya keessaa Artiist Haacaaluun yammuu ajjeefamu kan turte Laamroot mana murtii dhiyaatte Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Artiist Haacaaluu Hundeessaan yammuu ajjeefamu kan waliin turte Laamroot Kamaal mana murtii dhiyaatte. Laamroot Waxabajjii 22,2012 Artiist…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa mallattoo walabummaa biyyoolessaati- MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi mallattoo walabummaa biyyoolessaa keenya jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy kana kan jedhan yeroo…