Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Federaalaa sababa hokkooraa ka’ee namoota…
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Federaalaa godina Arsii Lixaatti rakkoo nageenyaa ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaan booda mudateen…