Oduu biyya keessaa Guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun deeggarsi harka qalleeyyiif taasifame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Qaammee tokko guyyaa dhiifamaa sababeeffachuun harka qalleeyyii aanaalee godinichaa 3'f deeggarsi taasifame.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa oomishamuu eegaluuf Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Kiitiin qorannoo vaayrasii koroonaa baatii 1 booda oomishamuu kan eegalamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dandeettii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dhiifama kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaan dhiifamaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu himame. Sagantaa guyyaa dhiifamaa akka magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan sosochii nageenya daandii ifatti eegalame Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Sagantaan sosochii nageenya daandii biyyaalessaa mata duree ‘qaammee hanga qaammee ni geenya’ jedhuun ifatti eegalame. Sagantaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo keenya balfaarraa,keessaa keenya jibbiinsarraa yaa qulqulleessinu –Aadde Adaanachi Abeebee Sifen Megersa Sep 6, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 1,2012 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee addabaabayii Masqaalaatti argamuun sibiloota qarqara daandiitti argamanirratti…
Oduu biyya keessaa Hooggantonni hojii olaanoo balaa bishaanni Awaash guute qaqqabsiisa jiru daawwatan Obse Wakgari Sep 5, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonni hojii olaanoo mootummaa Federaalaa balaa bishaanni Awaash guutee qaqqabsiisa jiru daawwataniiru. Hooggantonni hojii olaanoo Abbaa Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti proojkatonnii 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarraman eebbifaaman Obse Wakgari Sep 5, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laftootti proojaktonni 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarramman eebbifamuun…
Oduu biyya keessaa Proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsi Birriin miiliyoona 102 taasifame Obse Wakgari Sep 5, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonnii fi hojjeettonni Tajaajilaa Elektirikaa Ityoophiyaa waamicha misooma maaddiin biyyaaf jedhuu fudhachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 102 kan…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan deeggarsa Ityoophiyaaf taasisa turte akka itti fuftuu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6… Obse Wakgari Sep 5, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsaa taasisaa turte ammaas deeggaruu akka qabdu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6 waajjiira ministeera dhimma alaaf xalayaa…
Oduu biyya keessaa Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laatan Obse Wakgari Sep 5, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laataniiru. Manneen murtii waliigala yaa’ii idilee 5ffaa Finfinneetti…