Oduu biyya keessaa Walga’iin waggaa ambaasaaddarootaa xumurame Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) – Walga’iin waggaa ambaasaaddaroota xumurameera. Waltajjii waggaa kanarratti hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa FDRI, ambaasaaddaroonnii fi qoonsilaa…
Oduu biyya keessaa Hooggantonni hojii olaanoo ministeera fayyaa guyyaa waliinii ogeessota fayyaa hoospitala… Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hooggantonni hojii olaanoo ministeera fayyaa guyyaa waliinii hoospitaalota garaagaraatti vaayrasii koroonaatin gidduugala tursiisa addaa keessaatti kan…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan jaarsummaa fi mariin gadi lakkifamuu hin jiraatu- Abbaa Alangaa Waliigalaa Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Shakkamaan jaarsummaa fi mariin gadi lakkiifamuu hin jiraatu jechuun Abbaan Alangaa waliigalaa beeksiseera. Itti aanaan Abbaa Alangaa Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti… Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Oromiyaatti manneen barnootaa bultii addaa torba kan barattootni dandeettii olaanaa qaban itti baratan ijaaruuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteesse.…
Oduu biyya keessaa Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii… Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii damee teeleekoomiiti – Dooktar Abiy Ahimad …
Fayyaa Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 346 vaayrasii koroonaan qabamuu… Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 346 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Oduu biyya keessaa Manni murtii Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka banu ajaja kenne Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Manni murtii obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota hanga toora lakkoofsa 10ffaatti jiranirratti Abbaan Alangaa hanga Fulbaana 8, 2013tti himata akka…
Oduu biyya keessaa Komishiinin Poolisii Federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaratti hojii yakka ittisuu akka… Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Komishiinin Poolisii Federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaraatti hojii yakka ittisuu akka hojjetu ibsee. Itti aanaan komishiini poolisii…
Oduu biyya keessaa Lammiilee balaa lolaan miidhaman kuma 600f deeggarsi namooma taasifamafi jira Obse Wakgari Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Sababa lolaatin lammiilee miidhaan irra ga’ee kuma dhibba 6 ta’aanif gargaarsi namoomaa fi deeggarsi taasifamafi jiraachuu Komishiniin Hoggansa Hojii Sodaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti ‘buufata waraanaa ijaarrachuuf Wabi Fufa Sep 7, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti 'buufata waraanaa ijaarrachuuf' Peentaagoon karoora waggaa, damee waraanaa Chaayinaa ilaalchisuun torbee kana…