Idil Addunyaa Dubartii Afriikaa yeroo jalqabaaf NASA seente Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Dubartii Afriikaa yeroo jalqabaaf NASA seente. Dubartiin Niijeer Fadjii Maayinaa, dubartii Afriikaa jalqabaa jabduu dhaabbata hawaa fi wantoota hawaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduu dabalatee Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo… Sifen Megersa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) - Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Aandaargaachaw dabalatee, Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an paarkii shaggarii fi Inxooxxoo…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen saffisa konkolaattootaa too’atan naannooleef rabsaman Sifen Megersa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) - Too’annoo tiraafikaa ammayyeessuuf meeshaalee saffisa too’atan birrii miiliyoon 25 olitti tilmaaman naannooleef rabsuu Ministeerri Geejjibaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waliin gahiinsa ijaarsa Daandiwwaniitiif xiyyeeffannoo kennuun hojjachuun murteessadha”… Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – "Jijjiirama Diinagdee Naannoo Oromiyaa caalmatti Guddisuuf Waliin gahiinsa ijaarsa Daandiwwaniitiif xiyyeeffannoo kennuun hojjachuun murteessadha" -…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ambaasaaddaroota biqiltuuwwan kunuunsan galateeffatan Sifen Megersa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanchi Abeebee Ambaasaaddaroota biqiltuu kanaan dura dhaabate kunuunsa galateeffaniiru. …
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaariitti balaa lolaan oomishaaleen Shankooraa, Jirbii fi kanneen biroo lafa hektaara kuma… Sifen Megersa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) – Naannoo Afaariitti balaa lolaan oomishaaleen Shankooraa, Jirbii fi kanneen biroo lafa hektaara kuma 11 ol irra ture manca’e. Naannoo Afaar…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa FDRI hoggantoota humna qilleensaa kuma 1 fi 29f guddinaa sadarkaa kabajaa laate Sifen Megersa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hoggantoota humna qilleensaa kuma 1 fi 29f guddinaa sadarkaa kabajaa laate. Guddinni sadarkaa kabajaa laatame kun itti…
Oduu biyya keessaa Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee… Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Bu’aa sammuu Uummata Oromoo kan ta’e Sirni Gadaa yeroo itti eegaleefii addunyaan har’aa kan baay’ee walgatani jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti gama misooma bineensoota bosoonaa fi egumsaa irraatti hojjatamuu akka qabu ibsame Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gama misooma bineensoota bosoonaa fi egumsaa irraatti hojjatamuu akka qabu ibsame. Abbaan taayitaa Misoomaa fi eegumsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan Wabi Fufa Sep 8, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) –Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir waliin marii’atan. Ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi…