Oduu biyya keessaa Sirni Eebbaa Paarkii Shaggar gaggeeffame Wabi Fufa Sep 10, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Sirni Eebbaa Paarkii Shaggar gaggeeffame. Sirni Eebbaa Paarkii Shaggar guyyaa har’aa gaggeeffameera. Sirna eebbaa Parkichaarratti…
Oduu biyya keessaa Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Adaam Faaraahi bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga… Wabi Fufa Sep 10, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Adaam Faaraahi bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Afa-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee Paarkiin Shaggar Badhaasa bara haaraa Ityoophiyaaf Kennamee jedhan Wabi Fufa Sep 10, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee Paarkiin Shaggar Badhaasa bara haaraa Ityoophiyaaf Kennamee jedhan. Paarkonni bakka itti hojii sammuu hedduun hojjetamuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoommani waliigaltee tumsa misoomaa Doolaara biiliyoona 7.1… Wabi Fufa Sep 10, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) –Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoommani waliigaltee tumsa misoomaa Doolaara biiliyoona 7.1 mallatteessan. Waliigaltichi waggoota…
Biiznasii Baankoonni daldalaa liqii dhiyeessan %5 qabeenya socha’aaf qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) - Baankoonni daldalaa Ityoophiyaa liqii dhiyeessan keessa % 5 qabeenya socha’aa qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni ajaju ba’uu Baankii Biyyaalessa…
Oduu biyya keessaa Qulqulluu Abunee Marqooriyoos bu’aalee Dooktar Abiy galmeessaniif galata dhiyeessan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) - Paatirayaarikiin Ordotoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa Qulqulluu Abunee Marqooriwoos bu’aalee Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad galmeessaniif…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa bara haaraa dabarsan Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Ayyaana bara haaraa 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru. Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Gumiin Gaayyoo seeroota lallabachuun xumurame Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gumiin Gaayoo yaa'isaa gosaa fi miiloo xummurachuun Seerota ba'an Gumii Walii galaaf dhiyeesseera. Gumichi seerawwan duraan turan cimsuun,…
Oduu biyya keessaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi… Sifen Megersa Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyiif 648f deeggarsi taasifameera. Bulchinsa magaalaa Laga Xaafoo…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsan Obse Wakgari Sep 9, 2020 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsaniiru. Aadde Loomiin, mul'atoota bara 2013tti qabanne galma yaadame biraan…