Oduu biyya keessaa Manni Murtiichaa galmee obbo Jaawaar Mahaammadfa laale Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa dhimma shororkeessummaa fi heera mootummaa 1ffaan galmee himannaa obbo Jawaar Mahaammadfaa laale.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi rakkoo manaa dhaabbilee mootummaa hir’isuuf cimsee hojjechaa jiraachuu beeksise Wabi Fufa Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) -Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii rakkoo manaa dhaabbilee mootummaa hir’isuuf cimsee hojjechaa jiraachuu beeksise. Waajjiri…
Oduu biyya keessaa Magaloota 3tti buufataleen raabsaa humna elektiriika baasii doolaara miiliyoona 53.7 ijarraaman… Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Magaaloota Biishooftuu, Dukaamii fi Mojoottii buufataleen raabsaa humna elektiriikaa baasii doolaara Ameerikaa miiliyoona 53.7 ijarraaman eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Irreecha hambaa kiliyaa addunyaarratti galmeessisuuf hojjetamaa jira- obbo Kabbadaa Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuuriizmimii Oromiyaa Irreecha hambaa kiliyaa addunyaa gochuun galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Kana…
Oduu biyya keessaa Mariin damee teleekoom caasessuurratti informaashin teeknooloojii fi kalaqtotta hojii damichaa… Wabi Fufa Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Mariin damee teleekoom caasessuurratti informaashin teeknooloojii fi kalaqtotta hojii damichaa waliin gaggeeffamaa jira. Marichi caasaa damichaa…
Fayyaa Tumsi damee fayyaa Chaayinaa fi Ityoophiyaa cimeet itti fufa -Dooktar Liyaa Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Tumsi damee fayyaa Chaayinaa fi Ityoophiyaa cimeet itti fufa jedhan ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan. Dooktar Liyaan…
Oduu biyya keessaa Bu’uuruma murtoo Gumiin Abbootii Gadaa dabarsaanii kabajamuu akka qabu Abbaan Gadaa , Haati… Wabi Fufa Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Irrechi siyaasa kan hin qabne guyyaa galataa ta’uu koroonaa ittisuun, bu’uuruma murtoo Gumiin Abbootii Gadaa dabarsaanii kabajamuu akka qabu Abbaan…
Biiznasii Baankiin Daashan proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasise Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Baankiin Daashan proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasiseera. Baankichi waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq marii dhaabbanni tumsa dubartoota, dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse… Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen marii dhaabbanni tumsa dubartoota,dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse irratti hirmaataniiru. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e Wabi Fufa Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) - Imaammatni, lojiistiskii fi tarsiimoon motora malessaa geejjibaa biyyaaleessa ifa ta’e. Ministeeri Geejjibaa imaammata, lojiistiskii fi tarsiimoon…