Oduu biyya keessaa Ijaarsi proojektii Diimaa- Raad xumuramee Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojektii daandii Diimaa-Raad kan Ityoophiyaa Sudaan Kibbaa waliin wal qunnamsiisu xumuramu Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa beeksisee.…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti… Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarman duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti raawwachaa jiru irratti dhugaa jiru akka hubatu hubannoon laatamuu…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Raashiyaan haala kamiiniyyuu Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbattu ta’uu ibsite. Koreen dhaabbii hariiroo alaa fi dhimmoota nageenyaa jila Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atame Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaa buufata Gumrukaa Xixxiichaatti shakkamaan baala sammuu adoochu kuntaala 20 imalchiisaa ture too’atamuu ibsame. Shakkamaan kun…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan deeggaraa jirti –Obbo… Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) - Tattaaffii Ityoophiyaan hiyyummaa baleessuu fi Badhaadhina mirkaneessuuf taasisaa jirtu Chaayinaan yeroo hunda cinaa kan dhaabbattu ta'uu obbo…
Oduu biyya keessaa Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Miseensoota ABO shanee 160 irratti tarkaanfii fudhachuu fi 68 ammoo too’achuu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise. Humni Waraana ABO Shanee…
Oduu biyya keessaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti,Koreen Dhaabbii Dhimma Eegumsa Naannoo, Qonnaa fi… Wabi Fufa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti,Koreen Dhaabbii Dhimma Eegumsa Naannoo, Qonnaa fi Horsiisee bultootaa, Abbaa taayitaa Daandiiwwanii Federaalaa waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf turan 700 ol too’ataman Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni haleellaa garaagaraa raawwachuuf socho’aa turan 700 ol too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi manca’e Sifen Megersa Nov 23, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti balaa Ibiddaa tasa Uumameen qabeenyi barbadaa'uu ibsameera. Kaleessa galgala naannoo sa'aatii 12…