Oduu biyya keessaa Mariin Invastimantii Iityoo – Ameerikaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Mariin Invastimantii Iityoo – Ameerikaa qophheessummaa Afrikaatti Mana Maree Koorporeeshinii Ameerikaan gaggeeffamaa jira. Marii viidiyoo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii haala kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa marsaa 15ffaa irratti mari’ata… Obse Wakgari Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii haala kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa marsaa 15ffaa irratti mari’ata jira. Manni marichaa qamoolee dhimmi ilaallatuu…
Idil Addunyaa Tiraamp herreega baankii Chaayinaa qabu jedhame Obse Wakgari Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Chaayinaa qeequun kan beekaman preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp biyyattitti herreega baankii akka qaban Neewyoork Taayims gabaaseera.…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG… Sifen Megersa Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2020/21 marsaa duraa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG injifateera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 133 Beeruut irraa deebi’an Obse Wakgari Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 133 Beeruutirraa gara biyyaa deebi’aaniiru. Lammiileen Ityoophiyaa kunneen buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee wayita ga’aan…
Oduu biyya keessaa Fooramniin Xaanaa dhimma Afrikaarratti furmaata Afrikaa fiduuf shoora olaanaa qaba – Preezdaant… Sifen Megersa Oct 21, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Fooramniin Xaanaa rakkoo nageenyaa fi tasgabbii Afrikaa keessa jiruuf furmaata Afrikaa kaa’uuf shoora olaanaa qabaachuu Preezdaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaatin namoonni 489 yoo dandamatan, 6 lubbuu isaanii dhabaniiru Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa har'a ba'een namoonni 489 yoo dandamatan, 6 lubbuu isaanii dhabaniiru. Hanga ammaatti waliigalaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e. Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara hojii 1ffaa Itti…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Mootummaan Kooriyaa Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu deeggarsaan laate. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni haada sarara elektirikaa hatan harkaaf harkatti to’ataman Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Shakkamtoonni 3 haada sarara elektirikaa manneen waliin jireenyaa haaraa ijjaarraman keessaa hatan harkaaf harkatti qabamuu qajeelchi poolisii…