Oduu biyya keessaa Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbe Obse Wakgari Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Aanaa Sulultaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 12 darbeera. Balichi tilmamaan sa'aatii 8:00tti ganda Weerarsoo Maalimaa iddoo addaa Ilamuu…
Oduu biyya keessaa Komii himatamtoonni galmee himata obbo Jawaar Mahaammaadfaa dhiyeessaan irratti Abbaan Alangaa komii… Obse Wakgari Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Dhaddachaa yakkaa mana murtii federaalaa 1ffaatti komii abbaan alangaa dhaggeeffachuuf beellama Sadaasa 18, 2013 qabameen Abbaan Alangaa komiisaa mana…
Teeknooloojii Dhaabbatichi dubbisa lakkooftuu haaraa ammaayyawaa ta’e hojiirra oolche Sifen Megersa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa dubbisa lakkooftuu haaraa ammaayyawaa sadarkaa idil addunyaa eeggate hojiirra oolchuu beeksise. Dubiftuun haaraan…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Gibts guyyaa boruu Sudaan kibbaatti daawwannaa ni taasisu Wabi Fufa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Gibts Abdul Fataah Al Siisii guyyaa boruu Sudaan Kibbaatti daawwannaa akka taasisan ibsame. Preezdaantichi preezdaantii Sudaan Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Caaltuu Saaniin durfamu Proojaktoota fi keenninsa tajaajila waajjiiraalee mootummaa Bulchiinsa… Wabi Fufa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Jilli Caaltuu Saaniin durfamu Proojaktoota fi keenninsa tajaajila waajjiiraalee mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa daawwatan. Jilli Itti…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Siiriil Raamaafoosaa Ityoophiyaatti hojii olaantummaa… Wabi Fufa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Siiriil Raamaafoosaa Ityoophiyaatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu waan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan… Wabi Fufa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Gorsaa Dhimma Alaa fi Imaammata Nageenyaa Chaansilaara Jarmanii Dooktar Jaan Heekar waliin mari’atan. Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan Obse Wakgari Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Jiraattoonni kutaa magaalaa Addisii fi aanaa Saasiggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru. Magaalaa Finfinneetti jiraattoonni kutaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Somaalee akkaataa Afaan Oromoo fi Afaan Somaalee naannoolee… Wabi Fufa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Somaalee akkaataa Afaan Oromoo fi Afaan Somaalee naannoolee lamaan keessatti barsiisuun danda'amurratti mari'achaa…
Oduu biyya keessaa Proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuraman – Obbo Addisuu Araggaa Sifen Megersa Nov 27, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Kilaasterri hawaasummaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa hordoffii fi deeggarsa addaa taasiseen proojektoonni fayyaa buleeyyiin 145 xumuramuu ibsame.…