Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaattii barnoonni eegaleera Obse Wakgari Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Barnoonni bara kana addaan cite turee har’a eegaluu Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa beeksise. Naannichatti oolmaa daa’immaniitiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni sabaa fi sablammoota 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera Obse Wakgari Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni sabaa fi sablammoota ummattoota Ityoophiyaa bara kana yeroo 15ffaan naannoo Harariitti kabajameera. Ayyaanichi mata duree “ tokkumaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan FDRI ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Finfinneetti argamu gara biyya isaanitti gaggeessan kan… Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Mootummaan FDRI ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Finfinneetti argamu gara biyya isaanitti gaggeessan kan jedhu odeeffannoo sobaa ta’uu Qulqulleessaa Ragaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti namoota meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii miliquuf yaalanirratti… Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti namoota meeshaa waraanaa seeraan alaa qabatanii miliquuf yaalanirratti tarkaanfiin fudhatame. Naannoo Gambeellaatti namoota…
Oduu biyya keessaa Abjuun biyya diiguu Juuntaan ABUT yaade ture fashalaa’e – Tajaajila Nageenya Odeeffannoo… Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Abjuun biyya diiguu Juuntaan ABUT yaade ture fashalaa’uu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa beeksiseera. Tajaajillii Nageenyaa Odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Ajajaan Adda Raayyaa leetinaal Jenaraal Baacaa Dabalee garee badii ABUTtin qabeenyi isaanii kan… Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Ajajaan Adda Raayyaa leetinaal Jenaraal Baacaa Dabalee garee badii ABUTtin qabeenyi isaanii kan saamamaee fi buqqa’anii bakkee gara garaatti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Humaraatti maallaqni seeraan ala socho’aa ture to’atame Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Humaraatti namoonni maallaqa seeraan ala korojoo lamaa guutuu qabatanii socho’aa turan to’ataman. Namoonni kunneen Baajaajiin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa magaaloota Goodee fi Asoosaan moggaafaman Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa naannoo Sumaalee magaalaa Goodee fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatin moggaafamaniiru. Maqichi…
Oduu biyya keessaa Jibuutiin nageenyaa fi tokkummaa Ityoophiyaaf deeggarsa ni taasifti- preezdaant Ismaa’eel Omaar… Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Guyyaa har’a daawwannaa hojiif Jibuutii kan gala preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan sabdaneessaa yoomiyyuu ni injifata-Paartii Badhaadhinaa Obse Wakgari Nov 29, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Waggoottan lamaan darbanitti gaaffii demookaraasii dhugaa uummata deebisuu fi sirna mootummaa ifoome ijaaruuf jijjiirrama waarawaa fiduuf Ityoophiyaaf…