Biiznasii Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun dhaabbatera Obse Wakgari Dec 1, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun har’arra kasee dhaabbateera. Jijjiirraan Birrii haaraa baatii Muddee 6, 2013 irraa eegale akka xumuramu Baankiin…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan arfan darbanitti ijaarsa hidha haaromsaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 24… Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Baatiwwan arfan darbaniitti ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 24 walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree…
Fayyaa Waggaa waggaan namoonni kumni dhibbi 4 ol dhibee Busaan lubbuu ni dhabu – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Waggaa waggaan namoonni kumni dhibbi 4 ol sababa dhibee Busaan lubbuu isaanii kan dhaban ta’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gabaasa waggaa baaseen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Neezarlaandis waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Neezarlaand Siitiif Blook…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti namoonni sanada sobaa qopheessuun shakkaman harkaaf harkatti too’ataman Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti sanadoota sobaa tajaajila garaagaraaf oolan qopheessuun namooni shakkaman harkaaf harkatti too’atamuu Qajeelchi Poolisii magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwatan Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwataniiru. Diinagdee Ityoophiyaaf murteessaa kan ta’e…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture… Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture – Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)…
Oduu biyya keessaa Hariiroo cimaa Ityoophiyaa fi Jibuutii gama dhiigaan, aadaa, amantaa fi afaaniin jiru waliiti… Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Mana Maree Biyyaleessa Jibuutiitti argamuun haasawa taasiisaniiru. Mana marichaatti keessummaa kabajaa ta’uun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale Wabi Fufa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti meeshaan yaalaa carallaa /radio therapy/ eebbifamuun tajaajila laachuu eegale. Hospitaalli Ispeeshaalizdii Xiqur Anbassaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuuf hojjetamaa jiraachuu himame Sifen Megersa Nov 30, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Sirna bulchiinsa ragaa barnootaa fooyyeessuuf…