Oduu biyya keessaa Dooktar Addisaalem Baalleemaa mana murtiitti dhiyaatan Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Hogganaa olaanaa garee finxaaleyyii ABUT kan turan Dooktar Addisaalem Baalleemaa Mana Murtiitti dhiyaatan. Dooktar Addisaalem garee…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa turan xumuruun Finfinnee… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Jilli Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfama daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa ture xumuruun har’a waaree…
Oduu biyya keessaa Haatii warraa fi ilmii ambaasaaddar Siyyuum Masfiin Mana Murtiitti dhiyaatan Obse Wakgari Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)-Kaleessaa to’annaa jala kan oolan haati warraa Ambaasaaddar Siyyuum Masfiinii fi ilmii isaanii Mana Murtiitti dhiyaataniiru. Haati warraa ambaasaaddaricha…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabalaa dhufee jira –… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabaluun humna simannaa dhaabbilee fayyaa ol ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame. Aljeeriyaatti ergamaan addaa fi ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan industirii huccuu deeggaruuf dhaabbilee idil addunyaa waliin walii galtee… Obse Wakgari Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan industirii huccuu deeggaruuf dhaabbilee idil addunyaa waliin walii galtee mallatteessu ishee Ministeerri Daldalaa fi Industirii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Koreen dhaabbichaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri Qonnaa hojjechaa jiru daawwateera Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Eegumsa Naannoo, Horsiise Bulaa fi Qonnaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf waamamuun ukkaamfaman kan gadi lakkisiifaman.…
Oduu biyya keessaa Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan gaafachiisu ta’uu Boordiin Sakattoo Raawwii Labsii Yeroo…
Oduu biyya keessaa Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 Maqalee gala jira jedhame Obse Wakgari Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013(FBC)- Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 magaalaa Maqalee gala jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyooleessaa beeksiseera.…