Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Iyivoorii Koosti galan Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Iyivoorii Koosti galaniiru. Preezdaanti Saahilawarqi wayita Abiijaan ga’an Muummee Ministiraa biyyattii…
Oduu biyya keessaa Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu milkiin xumurame – Ambaasaaddar Dooktar Tizzitaa Sifen Megersa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) - Mootummaan duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeessaa ture milkiin xumuru Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dooktar Tizzitaa…
Idil Addunyaa Muummeen ministiraa Eswaatinii Covid-19 du’an Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Muummeen ministiraa Eswaatinii Covid-19 du'aan boqotaniiru. Mootummaan Eswaatinii akka jedhetti Muummeen Ministiraa Ambrose Dlaamini erga vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka hin geenye ibsame. Madda Anniisaa elektirikaa Takkazee irra miidhaa tokkoyyuu akka…
Oduu biyya keessaa Garee yakkamtootaa seeratti dhiyeessuu itti fufna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 14, 2020 0 Dooktar Abiy har'a waaree booda naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti hoggansa raayyaa ittisa biyyaa fi bulchiinsa yeroo naannichaa waliin mari'ataniiru. Tajaajilli teelekoomii fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol… Wabi Fufa Dec 14, 2020 0 Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwan argaman. Naannoo Tigiraay…
Ispoortii Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar… Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 1ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar 4 fi 1 injifateera. Tapha har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Tigraay dhalattoo naannoo Tigraay Jigjigaa jiraatan… Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay dhalattoota naannoo Tigraay magaalaa Jigjigaa jiraatan waliin dhimmoota…
Ispoortii Guyyaan injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan yaadatamaa jira Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan Hooteel Sharaatan Addisitti gaggeeffamaa jira. …
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii biqiltuu kunuunsan Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii biqiltuu sagantaa ashaaraa magariisaan dhaabbate kunuunsaniiru. Itti aantuu…