Oduu biyya keessaa Miseensota ABO-Shanee 782 irratti tarkaanfiin fudhatame Wabi Fufa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii nageenya mirkaneessuufi olaantummaa seeraa kabachiisuu tibbana taasiseen humnoota badii ergama Juuntaa ABUTn…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaan Ministira Fayyaa hawaasaa Kuwaatar waliin mar’atan Sifen Megersa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa Ministira Ministeera Fayyaa Hawaasaa Kuwaatar waliin mari’ataniiru. Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 100 fi bultii addaa 7 baatii torba keessatti xumursiisuuf… Sifen Megersa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Ijaarsaa Manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 100 fi bultii addaa 7 baatii torba keessatti xumursiisuuf baajata mootummaa Biirrii biiliyoona 4.9n hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa “Ityoophiyaa keessa garee malee paartiin siyaasaa ga’umsa qabu hinjiru”- Dooktar Diimaa Nagawoo Wabi Fufa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa keessa jijjiiramni siyaasaa akka hindhufneef sababa guddaa kan ta’e paartiileen ga’umsa qaban dhabamuu fi cimanii of ijaaruurra karaa…
Oduu biyya keessaa Adda citee kan ture waliigalteen qabeenya kennaan dabarsuu eegalame Sifen Megersa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Sababa jijjiirraa noottii Birriin adda citee kan ture waliigalteen qabeenya kennaan dabarsuu har’aa eegalee jalqabuu Ejansiin Galmeessaa fi Mirkaneessa…
Oduu biyya keessaa Hoogganaan lojastikii ajaja Kaabaa Meejar jenaraal Kadiir Araarsoo mana murtiitti dhiyaatan Wabi Fufa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Hoogganaan lojastikii ajaja Kaabaa Meejar jenaraal Kadiir Araarsoo mana murtii sadarkaa jalqabaa federaalaa dhaddacha ramaddii Araaddatti dhiyaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Hiruut Kaasaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Porchugaal waliin mari’atan Wabi Fufa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Ministirri Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Porchugaal Heeleenaa Malkaataa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin diinagdee akka biyyaatti gaggeeffamee damee Albuudaf xiyyeeffannoo guddaa kennuu himame Wabi Fufa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) - Riifoormiin diinagdee akka biyyaatti gaggeeffamee damee Albuudaf xiyyeeffannoo guddaa kennuu Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa naannoo Hararii, Sidaamaa fi Soomaaleetti laatamaa jira Sifen Megersa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa naannoo Hararii, Sidaamaa fi Soomaaleetti har’a kennamuu eegalee jira. Qormaanni kun naannoolee sadanitti har’aa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli gurgurtaa Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant Boruu eegalee tajaajila laachuu ni jalqaba Sifen Megersa Dec 16, 2020 0 Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Gabaa Kuduraa fi Muduraa magaalaa Finfinneetti giddugalli Kuduraa fi Muduraa Hayilee Gaarmant booruu eegalee tajaajila laachuu kan jalqabu ta’uu ibsame.…