Idil Addunyaa Raashiyaan Baha Sudaanitti buufata waraanaa ijaaruufi Sifen Megersa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Raashiyaan Baha Sudaanitti buufata waraanaa ijaaruuf biyyattii waliin wixinee labsii malleessite. Akka walii galtee wixinee labsii kanaatti…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uumaa xiyyeeffannoon guddaan mana yaalaa fi dhaabbata qorannoo cimaa ijaaruu… Wabi Fufa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) -Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa xiyyeeffannoon guddaan mana yaalaa fi dhaabbata qorannoo cimaa ijaaruu ta’uu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii Aanaa Gooroo Doolaa fi Aanaa Annaa Sorraatti Gocha ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti… Wabi Fufa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Godina Gujii Aanaa Gooroo Doolaa fi Aanaa Annaa Sorraatti Gocha ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti Raawwatanii hiriira bahuun Balaaleffatan. Gocha gara…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan Wabi Fufa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hawaasni Aanaa Geeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni dhaabbanna jechuun sangoota gumaachan. Raayyaan ittisa biyyaa wabii birmadummaa biyyaati kan jedhan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Yuunvarsiitii Salaalee, Jimmaa, Bulee Horaa fi Meetiroopolitaa Kootobee haleellaa gareen… Sifen Megersa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hawaasni Yuunvarsiitii Salaalee, Jimmaa, Bulee Haroo fi Meetiroopolitaa Kootobee haleellaa gareen ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti raawwate…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti hiriirri haleellaa gareen ABUT raayyaa ittisa biyyarratti raawwate balaaleeffatu… Sifen Megersa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Naannoo Afaaritti hiriirri haleellaa gareen ABUT raayyaa ittisa biyyarratti raawwate balaaleeffatu gaggeeffame. Jiraattoonni Samaraa…
Oduu biyya keessaa Sirni qoodiinsa baajataa haaraan qophaa’e haqa qabeessummaa qoodinsa qabeenyaaf shoora olaanaa qaba… Sifen Megersa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Guddina diinagdee fi fedhii misoomaa biyyattii yeroo ammaa bu’ura godhachuun sirni qoodiinsa baajataa haaraan qophaa’e haqa qabeessummaa qoodinsa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu godina Arsii aanaa Jajjuutti qophii misooma qamadii jallisii bonee… Sifen Megersa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Jilli obbo Umar Huseenii fi obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Arsii aanaa Jajuu misooma qamadii jallisii hektaara kuma 2 fi 409 irratti misoomuuf…
Oduu biyya keessaa Hiriirri balaaleffannaa murna ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa bakkee gara… Wabi Fufa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleffannaa murna ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa bakkee gara garaatti gaggeeffame nagaan xumurameera. Hiriirri…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Dooktar Dabratshiyoon Gabramikaa’el dabalatee namoota biroo mirga himatamuu dhabuu… Wabi Fufa Nov 12, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI namoota yakkoota gara garaan shakkaman mirga himatamuu dhabuu akka ka’uuf Abbaan Alangaa Waliigalaa yaada murtoo…