Oduu biyya keessaa Biyyoonni sadeen marii gaggeessaa jiru Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha haaromsaarratti marii gaggeessaa jiru. Marii kanarratti itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sirni walharkaa fuudhiinsa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa raawwatame. Godichaatti sangoonni 500 Ol Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ate Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay guyyaa har’aa paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin marii taasiiseera. …
Oduu biyya keessaa Waltajjiin dargaggootaa haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti ta’amaa jira Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfineetti waltajjiin haala waqtaawaa biyyarratti xiyyeeffate dargaggoota kutaa magaalaa adda addarraa walitti babba’aan hirmaachisee…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti miseensoonni damee raayyaa dubartoota raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti miseensoonni damee raayyaa dubartootaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru. Miseesoonni kunneen gochi garee juntaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Bakka buutoota attaasheewwan raayyaa ittisaa biyyoota garaagaraaf ibsi laatamaa jira Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ministeerri raayyaa ittisa biyyaa bakka buutoota attaasheewwan raayyaa ittisaa biyyoota garaagaraaf haala duula birmadummaa irratti ibsa laataa jira.…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni uffata seeraa uffachuun warqee hatan to’annaa jala oolan Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Shakkamtoonni uffata seeraa uffachuun warqee tilmaama Birrii miiliyoona 1 ol basuu hatan waliin to’anna jala ooluu Komishiinin Poolisii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Gareen finxaaleyyii ABUT ummata dararraa,of ammoo salphinanarraa oolchuun ifatti murtoo akka argatu… Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Gareen finxaaleyyii ABUT ummata dararraa,of ammoo salphinanarraa oolchuun ifatti murtoo argachuuf ariitiin harka laachuu akka qabu Paartiin Badhaadhinaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti lakkoofsi namoota COVID-19n qabamanii miiliyoona 2 darbe Obse Wakgari Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 2 darbeera. Biyyattitti qorannoon vaayrasii koroonaa ga’aan akka hin taasifamne…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Caaltuun durfamu ijaarsa Proojektoota misoomaa magaalaa Burraayyuu daawwataa jira Sifen Megersa Nov 19, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastera misooma magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu ijaarsa proojektoota misooma magaalaa…