Oduu biyya keessaa Artiist Baayyuush Alamaayyoo boqatte Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Barreessituu, qopheessituu fi taatoon Baayyuush Alamaayyoo addunyaa kanarraa du'aan boqatte. Artiist Baayyuush dhibee tasaa ishee qunnameen yaallamaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddootaa fi namoota humna hin qabne kuma… Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneett ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddootaa fi namoota humna hin qabne kuma 50f deeggarsi kan taasiifamu ta'uu bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa tarkaanfii miseensoota garee ABUT irratti fudhate ifoomse Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Raayyaan Ittisa biyyaa haleellaa Maaykaadiraa hoogganaa kan ture Koloneel Yamaan Gabra Mikaa’eeliin dabalatee hooggantoota garee ABUT irratti tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa Barattoonni eebbifamoo 2012 Yuunvarsiitii Addigaraat Yuunvarsiitii Maqaleetti ni eebbifamu Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Barattoonni Yuunvarsiitii Addigaraat Yuunvarsiitii Maqaleetti Muddee 30 hanga Amajjii 1tti gabaasa dhiyeessuun barnoota akka eegalan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Zannabuu Taaddasaa dhimma ajjeechaa Aggituu Guddaataa ilaalchisee aanga’oota… Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Xaaliyaanitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Zannabuu Taaddasaan ajjeechaa Aggituu Guddataa ilaalchisee aanga’oota naannichaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti qarqara laga Awweetuu misoomsuuf waliigalteen Birrii miiliyoonni 600 mallata’e Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti qarqara laga Awweetuu misoomsuuf waliigalteen Birrii miiliyoonni 600 mallata’eera. Waliigalticha bulchiinsi magaalaa Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni waraanaa olaanoon garee ABUT hedduun booji’amuu ibsame Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu gaggeeffameen hoggantoonni waraanaa olaanoon ABUT hedduun isaanii booji’amuu fi barbadaa’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga… Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga gammadanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa qajeelfamoota wixinee filannoo irratti paartilee siyaasaa… Wabi Fufa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa qajeelfamoota wixinee filannoo irratti paartilee siyaasaa waliin marii gaggeesseera. Waltajjichaan…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo Magaala Dirree Godootti balaa ibsaa halkan uumameen manneen… Wabi Fufa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo Magaala Dirree Godootti balaa ibsaa halkan uumameen manneen jireenyaa fi qabeenya irra miidhaan gahee jira. Akka…