Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Maqalee guutumaan guutuutti too’ate Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Maqalee guutumaan guutuutti too’achuu Itaa Maajoor Shuumiin Ajaje humna waraanaa waliigalaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan…
Oduu biyya keessaa Garee finxaaleyyii biyya keessaa fi alaa yakkaa saamichaa fi Miidiyaa fayyadamuun olola biyya diiguu… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Hoggantoota waraanaa olaanoo sadarkaa garaagaraarra jiranii fi qaamolee dhuunfaa biyya keessaa fi alaa yakkaa saamichaa fi miidiyaa fayyadamuun olola biyya…
Oduu biyya keessaa Waraana mootummaan hidhachiiseen ala qaamni kamiyyuu meeshaa waraana hidhatee ummata keessa… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Waraana mootummaan hidhachiiseen ala qaamni kamiyyuu meeshaa waraana hidhatee ummata keessa socho'uu akka hin qabn Abbaan Gadaa Gujii fi walitti qabaan…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin fudhatamaa jiru duula olaantummaa seeraa kabachiisuu malee lola walwalii miti… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) -Tarkaanfiin garee ABUT Maqalee mandheeffaterratti fudhatamaa jiru duula olaantummaa seeraa kabachiisuu malee lola walwalii akka hin taane Qulqulleessi…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kaabaatti proojektoonni dandamannaa jijjiirrama haala qileensaa daawwatame Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Jilli hoggaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa naannoo, bosonaa fi jijjiramaa qilleensaa Oromiyaa obbo Seefaddiin Mahaddiin durfamu godina Shawaa Kaabaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Dooktar Abiy jila gamtaa Afrikaa simachuun dubbisuu isaaniif… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila gamtaa Afrikaa simachuun dubbisuu isaaniif…
Oduu biyya keessaa Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa marsaa duraa gaggeessaa jira Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Boordiin Sakattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa daawwannaa dirree marsaa jalqabaa gaggeessaa jiraachuu ibsame. Sadaasa 14, 2013 daawwannaa dirree…
Oduu biyya keessaa Mariin adeemsa ijaarsa Hidha Haaromsaarratti xiyyeeffate gaggeeffame Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Adeemsa ijaarsa Hidha Haaromsaarratti mariin Imbaasiiwwan Ityoophiyaa biyyoota Eeshiyaa fi Paassifik hirmaachise gaggeeffame. Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaa gaggeeffamaa… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) - Ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaaf hojiiwwan lafa qotuu fi oomishni ujummoo boo’ii lolaa gaggeeffamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Miseensoota Kaawunsilii Atlaantikiif tarkaanfii naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru irratti ibsi… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Tarkaanfii olaantumaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru ilaalchisee miseensoota Kaawunsilii dhaabbilee qorannoo fi qoo’annoo…