Idil Addunyaa Pireezidaantiin Raashiyaa Moongooliyaa daawwatan Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Moongooliyaa daawwachaa jiraachuun ibsame. Waraana Raashiyaa fi Yuukireeniin walqabatee bara darbe Manni…
Oduu biyya keessaa Ayyaanatti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hinmudanneef hojjetamaa jira-BDO Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Ayyaana waggaatti hanqinni dhiyeessii oomishaalee garaagaraa akka hinmudanneef hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise. Ayyaanichaaf…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ce’umsa Siviil Aviyeeshinii Biyyaalessaa ifoome Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Itiyoophiyaa damee Aviyeeshinii sadarkaa caalutti ceesisuuf Sagantaa Ce’umsaa Siviil Aviyeeshinii Biyyaalessaa ifoomse.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii ajandaa walitti qabuu Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa ture xumuruu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Humna oomishtummaa Warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa guddisuuf mootummaan ni hojjeta-Obbo Awwaluu Abdii Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Humna oomishtummaa Warshaa Sukkaaraa Fincaa’aa guddisuun rakkoo uummataa furuuf mootummaan kan hojjetu ta'uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Maammoo Miratuun Biil Geet waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Miratuun, Hundeessaa fi Dura Taa’aa Faawundeeshinii Meeliinaa fi Biil Geetis waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 4.1’f carraan hojii uumamuun ibsame Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Bara baajataa 2016 biyya keessaa fi alatti lammiilee miiliyoona 4.1’f carraan hojii umamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise. Ministeerichi…
Biiznasii Ayyaana waggaaf dhiyeessiin omishaalee bu’uuraa bal’aan akka jiru biirichi beeksise Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Ayyaana waggaaf dhiyeessiin omishalee bu’uuraa bal’aan akka jiru Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoggantuun Biirichaa Habiibaa Siraaj akka…
Oduu biyya keessaa Giddugala Itiyoophiyaatti hojiin ajandaa walitti qabuu eegalame Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugala Itiyoophiyaatti hojiin ajandaa walitti qabuu eegalamuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Waliin marii aadeeffachuun,…
Oduu biyya keessaa Guyyichi mata duree “Waliigaltee biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessummaaf” jedhuun kabajama-MMF Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammoota, Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaan mata duree “Waliigaltee biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessummaaf” jedhuun akka kabajamu Manni…