Oduu biyya keessaa Sabbataatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbe Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Magaalaa Sabbataa iddoo Diimaa jedhamuttii balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbera. Balichi guyyaa har'aa sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti komishiini olaanaa hojjettoota Feelipoo… Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil jila Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti komishiini olaanaa hojjettoota Feelipoo Gaaraandii…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qorannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee jiru ifoome Sifen Megersa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Namoota yakka biyya ganuun, haleellaa fi shororkeessummaan shakkamuun himatanii ajajni qabamuu irratti ba’e 349 keessa 124 to’annoo jala ooluu…
Oduu biyya keessaa Qorannoo marii daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffame Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Qoranoon marii dhimma daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Amajjii 19-21, 2013 Finfinneetti gaggeeffameera. Olaantummaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa Fawuundeeshiinii Dibooraa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Ministeerri Barnootaa fi Fawuundeeshiinii Dibooraa damee barnootaa irratti waliin hojjechuuf dhimmoota isaan dandeesisuurratti sanada waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Giddu Galli Aadaa Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuuf qophii xumuruu beeksiise Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Giddu Galli Aadaa Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuuf qophii xumuruu beeksiise. Daareekteerri Olaanaa Giddu Gala Aadaa Oromoo, obbo…
Oduu biyya keessaa Hooggantoonni hojii Ityoo-Teeleekoom proojaktii Wancii daawwachaa jiru Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo-Teeleekoom aadde Fireehwaat Taammiruu dabalatee hoggantoonni hojii olaanoon proojaktii Wancii daawwachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin marii’atan Wabi Fufa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cha’awu Chiyuwaan waliin marii’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi proojektoota bishaan dhugaatiii naannoo Horsise Bulaatti ijaaruf waliigaltee… Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Komishiniin Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiise Bulaa Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatiii naannoo Horsise Bulaatti ijaarsisuuf…
Biiznasii Dhaabbileen Ityoophiyaa bu’aa kalloo fi uffataarratti bobba’an Warshaa guddaa Sudaanitti argamu… Sifen Megersa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Ityoophiyaa bu’aa kalloo fi uffataarratti bobba’an Warshaa guddaa Uffataalee Sudaanitti argamu daawwachuu isaanii ibsame.…