Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Fiichee hiriira deeggarsa bahaan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee hiriira deeggarsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru. Fuula…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni godina aanaa Meettaa hiriira deeggarsa bahaan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni Godina Harargee Bahaa aanaa Meettaa hiriira deeggarsa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hamileen ummataa Paartii Badhaadhinaa fi mootummaaf ergaa guddaa kan dabarsee-Preezdaant Shimalliis Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaan naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan jiraattotaa guutuu Oromiyaatti hiriira deeggarsa bahaan galateeffaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa ijaarsa daandiif waliigaltee birrii biiliyoona 18.2 mallatteesse Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Ityoophiyaa ijaarsaa daandiif waliigaltee birrii biiliyoona 18.2 mallateesseera. Kan har’aa dabalatee bara…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Mattuu injifannoo hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Iluu Abbaa Booraa bulchiinsa magaalaa Mattuu injifannoo Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaan argame…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jedhu ragaa mirkanaa’ee miti… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jechuun tatamsa’u kan hin mirkanoofnee fi fedhii siyaasaarraa kan ka’e ta’uu…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Ityoophiyaatti bakka bu’aa dhaabbata sagantaa nyaataa addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Sagantaa Nyaataa Addunyaa Dooktar Isteevan Oomaamoo waliin…
Oduu biyya keessaa Naannoo addababaayii Ayaattitti balaan ibiddaa suqootarratti qaqqabee to’atame Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)-Kaleessa galagalaa halkan sa’aatii 3:00tti naannoo addabaabaayii Ayaattitti balaan ibiddaa suqootarratti qaqqabee osoo gara birootti hin babaldhatin…
Oduu biyya keessaa Jaappaan naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa fi hojii deebisaanii dhaabuu hojjetamu deeggaruuf… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Jaappaan naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa fi hojii deebisaanii dhaabuu hojjetamaa jiru deeggaruuf qophii ta’uu Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeeffama… Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hiriirri deeggarsaa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeeffama jira. Hiriirri deeggarsa kun Harargee…