Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Chaayinaa Beejiingi Galan Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingi galaniiru. Dooktar Abiy…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii waancaa Afrikaa gita isaa… Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamuuf Waaliyaawwan har’a tapha gulaallii jalqabaa Taanzaaniyaa waliin ni taphatu. Har’a…
Ispoortii Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Umrii 20 gadiirratti hirmaate simatame Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Gareen Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiirratti hirmaateef simannaan taasifame. Garichi har’a Finfinnee Buufta Xiyyaara…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin Poolisii Oromiyaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Wiirtuun Leenjii Tooftaa Loltummaa Awaash Bishoollaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise. Sirna eebbichaarratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa miseensa BRICS irratti hirmaatte Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Moskootti gaggeeffamerratti hirmaatte. Walga’icharratti biyyoota miseens…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalota Afrikaa boru Finfinneetti gaggeeffamuu eegala Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalota Afrikaa jalqabaaf boruu Finfinneetti gaggeeffamuu eegala. Fooramichi mata duree “Misoomaa Magaalotaa Waaraa Ajandaa Ce’umsaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana sababeeffachuun Shaggaritti baazaarii fi agarsiisni daldalaa bakkoota 6’tti banaman Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Magaalaa Shaggaritti ayyaana waggaa sababeeffachuun baazaarii fi agarsiisni daldalaa bu’aalee qonnaa fi industirii baname. Sirna eegalchiisaa…
Ispoortii Itiyoophiyaan dorgommii Paaraalimpikii meedaaliyaawwan 3 argachuun xumurte Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Dorgommiin Paaraalimpikii dorgommii Paaraalimpikii 17ffaa Paarisitti gaggeeffame meedaliyaawwan sadii argachuun xumuruun eerame.…
Idil Addunyaa Atileetiin Olompikii Paaris irratti hirmaatte jaalallee isheen gubamuun dhaga’ame Debela Tadesse Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Fiigicha Maaraatoonii Olompikii Paarisirratti kan hirmaatte Atileetiin Lammii Ugaandaa Rebekaa Cheepteegee mana ishee keessatti jaalallee isheetiin ibiddaan…
Oduu biyya keessaa Dabtarri Herregaa Daandii Qilleensichaa Damee Asmaraa cufamuun balalii addan kutuuf sababa jedhame Tsehay Guluma Sep 3, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Dabtarri herregaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Damee Asmaraa guutummatti ugguramuun balalii garasitti taasifamu dhaabuuf sababa tokko ta’uu daandichi…